Haalawwan itti fayyadamaa
Kitaabni kun hayyama Creative Commons Maqaa Eeruu – Daldalaaf Miti – Jijjiirama Malee 4.0 Idil-addunyaa (CC BY-NC-ND 4.0) jalatti maxxanfame.
- Kitaabicha bilisaan dubbisuu, garagalchuu fi osoo hin jijjiirin qooduu dandeessu.
- Kitaabicha gurguruun ykn kaayyoo daldalaatiif itti fayyadamuun hin hayyamamu.
- Haguuggii, fuula odeeffannoo maxxansaa fi odeeffannoo barreessaa, hiikaa fi maxxansaa jijjiiruun hin hayyamamu; kitaabicha maqaa biraatiin ykn akka hiika nama biraatti maxxansuun hin hayyamamu. Kun hayyamicha cabsa, akkasumas safuu biratti sirrii miti.
Kitaaba isa jalqabaa fi maxxansa isaa afaanota biroon: www.hakikatbooks.net
Itti fayyadama dogoggoraa gabaasuuf: bilgi@mybelovedprophet.com
Barreeffama hayyamaa: CC BY-NC-ND 4.0